Exodus 16:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan Harunini jed'e, Waan gumi Israelitini jettu, AABBO Waaqa dura koota, inni ya haalano teesani d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Aarooniin, «Ijoollee Israa'elii maraan Rabbi guguungumuu keessan waan dhagayeeruuf gara Rabbii dhiyaadhaa'a jedhi» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Aaroniin, «Kolbaa Israa'elii maraan, ‹Mootiin Waan Maraa gungunsuu teessan waan dhage'eef, fuula isaa dura dhikaadha'a› jedhiin» jedhe.