Exodus 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Israeli ch'ufti lafa aloo ta Siniiti kaate, akuma AABBO Waaqi jed'e gula Refidimu qubate; ammo artiti bisaani d'uganile d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii maruu akkuma Rabbi isaan ajaje karaa lafa gammoojjii «Siiniitii» ka'anii Raafidimitti quphatan; achitti garuu baniin bisaan dhugu hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii marti akkuma Mootiin Waan Maraa isaan ajaje goomolee «Siin» jedhantuu ka'anee, addee takka irraa gara addee takkaa adoo deddeemanuu, lafa «Refiidiim» jedhantu qubatane; addee san ammoo bisaan unanu hin jiru.