Exodus 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani dad'abe harki iraa bue jennaani Harunifi Huriini d'akha fuud'anifi, inni ira tae. Duuba worri lachu gama gama isaa eje harka isaa olqabe, haga aduuni d'iituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo harki Muuse'ee haru dhagaa jala kaayanii irra ta'e; Aaroonii fi Hoori ammo bita'aa mirgaan harka isaa irkisan; haga aduun dhiituuf harki isaa gad hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki Muuse'ee yennaa dadhabu, Aaronii fi Huur dhakaa fidanee isa jala keyane; innille irra tee'e. Tokko gara middaatiin, kuun gara bita'aatiin haga aduun seentutti, harki isaa akka gad hin buune kiphane.