Exodus 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan woraani kana ch'ufa aka indeenne kitaaba keesa t'aafi Yoshuati soomi: anini gosa Amaleki ch'ufa imfit'a, aka iti deebiani maqa worraa lafa tana irati inqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Muuse'een «Gosa worra Amaaleeqii fixee waan lafa irraa balleessuuf yaadannoo kana naa barreessii Iyyaasu'uttillee himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Yennaa maraaf qaabbii akka teetu dabarsii injifannoo tanaa kitaaba maramaa kana irratti barreessi. Anille Amaaleqoota ijjumaa lafa irraa akka balleessu Iyaasu'utti himi» jedhe.