Exodus 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Musani waan jed'e, AABBO Waaqi ya kakhate, aka d'aloota Amaleki akuma inni woli gula d'alatuni ch'ufa woraana iti buusu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Alaabaa mooyichaa ka Rabbii ol qaba'aa qabadhaa'a; Rabbi baraa haga bara baraa worra Amaaleeqiitiin hin lolaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabaleelle, «Harki kiyya gara barcumaa mootumma'aa ka Mootii Waan Maraa waan diriirfameeruuf, Mootiin Waan Maraa dhalootaa haga dhalootaatitti Amaaleqoota hin lola» jedhe.