Exodus 17:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Musati bohe waan jed'eeni, Bisaani d'ugani nuu kenni. Musani waan jed'eeni, Isani maafi gungumtani? Isani maafi Waaqa ilaalattani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu baniin «Waan dhunnu nuu kenni» jedhanii Muuse'een wol lolan; Muuseen ammo «Maaf naan loltan? Rabbiinillee maaf qortan?» Isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isaan «Bisaan unnu nuuf kenni» jedhanee Muuse'etti moromaa kaasane. Muuseen deebisee, «Isin maaf moromaa natti kaachan? Mootii Waan Maraalle maaf haga ilaaltan?» jedhe.