Exodus 17:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Israeli aka hama d'eebonnaani gungumsu lakisu dide waan Musani jed'e, Atini maalifi lafa Misiri keesaa nu baafte ijoolle teennafi hori keennale d'eebuuni hobaafte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin dheebotee «Maaf nu'uu fi ijoollee teenna, horii keennallee dheebu'uun fixu'uuf biyya Misirii keessaa nu baafte?» jedhanii Muuse'etti gunguman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan ammoo akka malee dheebottee, «Nuuti, ijoolleen teennaa fi horiin keenna dheebu'uun akka dhumannuuf ati biyya Gibxi'ii keessaa nu baattee?» jedhanee Muuse'een wol dhabane.