Exodus 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani AABBO Waaqaati bohe waan jed'eeni, Anini worra kana maal tolcha? Worri ya d'akhaani na had'e na ijeesu gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen «Baniin kun dhaga'aan na dhaawu'uuf ta'aa maal godha?» Jedhee gara Rabbii iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen, «Ani kolbaa tana maan godha? Kunoo isaan dhaka'aan na tumiisaaf qopheeffataneeran» jedhee, gara Mootii Waan Maraa iyye.