Exodus 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini achiti d'akha gaara Sinai ira tau ira eje isani eega; duuba atini d'akha suni d'ai, bisaaniti keesa baha, bisaani suni ha biyyiti d'uduti. Duuba Musani ila jaarole Israeli durati waan suni tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani kooreebitti dhagaa irra si afoo dhaabadhaa ati dhagaa dhoofta; bisaan baniin dhugu achi keessaa burqa» jedheen; Muuseen jaarsota Israa'elii afo'otti akkasuma godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille gaara Siina'aatitti rassaa irra si dura hin dhaabbadha; ati rassaa san hin dhootta; akka kolbaan untuuf, bisaan rassaa san keessaa hin burqa» jedhe. Muuseelle sooressitoota Israa'elii duratti akkasuma godhe.