Exodus 17:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla suni maqa Masafi Meriba baaseefi; wonti akanatiifi worri Israeli Musa d'ugefachu dide AABBO Waaqa ilaalate waan jed'e, Isii, AABBO Waaqi jiddu teenna jira mo injiru?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mormii banii Israa'eliitiif «Rabbi nu jidduu jira moo hin jiru?» jedhanii waan Rabbiin qoraniif maqaa hulee sanii maasaahii fi mariibaa jedhanii waaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti, «Mootiin Waan Maraa nu woliin jira moo hin jiru?» jedhanee, moromaa waan kaasaneef, Muuseen maqaa addee sanii, «Mariibaa» jedhee moggaase; Mootii Waan Maraalle haga waan ilaalaneef, inni maqaa addee sanii, «Maasaa» jedhee moggaase.