Exodus 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan Yoshuaani jed'e, Nama si woliini yae gosa Amaleki had'u nu fohi. Anini bori fiit'e gaaraa ira eje ule Waaqi, Fud'ad'i naani jed'e taani harkaa qabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Iyyaasu'uun «Ka'imman nuu filii bayii Amaaleeqiin loli; ani boru ulee Rabbii harkatti qabadhee gaara kooreebii gubbaa dhaabadhaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle Iyaasu'uun, «Namoota keenna keessaa filiitii dhaqii Amaaleqoota loli. Anille ulee Waaqi akka ani bilbaasa ittiin hojjadhuuf naaf kenne qabadhee kooba gubbaa hin dhaabbadha» jedhe.