Exodus 18:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yethrooni, qaalluuni Midiani, ka sodda Musaa, waan Waaqi Musafi worra Israeli tolche lafa Misirile keesaa baase d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi worra Miidiyaamii soddaan Muuse'ee Yootoor waan Rabbi Muuse'ee fi banii Israa'eliitii godhe maraa akka Rabbi banii Israa'elii biyya Misiriitii isaan baase dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi worra Miidiya'aa Yetro, abbaan sodda'aa ka Muuse'ee, waan Mootiin Waan Maraa Muuse'ee fi kolbaa Israa'eliitiif godhe, attam akka inni biyya Gibxi'ii keessaa isaan baase dhage'e.