Exodus 18:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, AABBO Waaqa ka harka Faraotiifi worra Misiri keesaa isani baase ha faarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan harka Fari'ooniitii fi banii biyya Misirii jalaa isaan oolcheef Rabbiin galanni haa gawu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa ka harka mooticha Gibxi'iitii fi worra Gibxi'ii jalaa isin baase, ka harka worra Gibxi'ii jalaa kolbaa baase leellifamuu ti.