Exodus 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma imbeekha, aka AABBO Waaqi waaqoota ch'ufa ira gudda; wonti akanatiifi inni yayu gumi Israeli harka gosa Misiri, ta worra tufate dabsate, keesaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra uf jajan irratti waan akkanaa godhe waaqolee maraa akka caalu amma beeke» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Gibxi'ii ka Israa'eloota kooraan rakkise irratti inni waan kana waan tolcheef, akka Mootiin Waan Maraa waaqota mara caalu ani amma beeke» jedhe.