Exodus 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya diirama Musani jiddu biyya tae haga diirama jala qabate haga aduuni d'iituti dubbi qore.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bariite Muuseen bani'ii murtii kennu'uuf taa'e; baniin Muusee afoo ganamaa haga galgalaa dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu Muuseen kolba'aaf muraa kenniisaaf tee'e; isaanille ganamaa haga galgalaatitti isa marsanee dhaabbatane.