Exodus 18:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Soddaani isaa waan inni tahe kana ch'ufa arge jennaani waan jed'eeni, Wonti atini teete biyya tolchitu kuni maani? Ati maafi waan kana ch'ufa ufumaa tolchita, ka biyyiti haga diirama siti d'ufte haga galgala si bira ch'iifte si gaargalchitu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soddaan Muuse'ee waan Muuseen banii irratti godhe maraa argee, «Wonti ati bani'ii gootu kun maali'i? baniin maruu ganama irraa haga galgalaa si marsanii dhaabataniiran; ati maaf hojja kee teetta?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan sodda'aa ka isaa, waan inni kolba'aaf tolchiisatti jiru yennaa dhagge, «Wonni ati kolba'aaf tolchiisatti jirtu kun maan? Kolbaan tun marti ganamaa haga galgalaatitti si marsitee dhaabbattuun, ati abbaa mura'aa teetee, maaf qofi teetta?» jedhee gaafate.