Exodus 18:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jed'eeni, Wonti akanatiifi biyyiti waan Waaqa naraa barachu d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee soddaa ufiitiin «Baniin fedha Rabbii beeku'uuf gara kiyya dhufa'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen deebisee abbaa sodda'aa ka ifiitiin, «Kolbaan fedha Waaqaa gaafatiisaaf, gara kiyya waan dhuttuuf, ani tana godhe.