Exodus 18:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami lama ka wold'abe nati d'ufe, anini ka d'araatiifi ka d'uga, aka Seeri Waaqaa jiru, gula gargari baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni rakkinna qabu gara kiyya dhufa; namni lamaa wol dhabee yoo gara kiyya dhufe ka dhugaa qabuuf dhugaa kenna; ka balleessaa qabu ammo itti mura; seera Rabbiillee isaanitti hima» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa wol dhabane na bira dhufan; isaan keessaa ka dhugaa irra jiru murteessee, seerataa fi seera Waaqaa itti hima» jedhe.