Exodus 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama jajaba atini abdatu, ka Waaqa sodaatu, ka d'uga beekhu, ka ammalle gumbo imfud'anne fili, mata gumi kuma yokhaani d'ibba yokhaani shantama yokhaani kud'ani tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati banii maraa keessaa beettota, worra Rabbiin sodaatan, worra amanamanii fi worra waan dharaa jibban fili; bulchaa kumaa, bulchaa dhibbaa, bulchaa shantamaatii fi bulchaa kudhanii isaan irratti muudi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu kolbaa mara keessaa namoota dandeettii qabanu, ka Waaqa sodaatanu, ka addatamummaa qabanuu fi ka safuu fudhatiisa hin jaalanne filiitii, ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa, ajajjoota kudhanii tolchii muudi.