Exodus 18:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha yo ch'ufa waan nami irati wold'abe qore dubbi dandaani hobaasani buufate, ta dad'abe sitiini d'ufu, aka akanaani hujiini sii sablatte hafuura baafattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan hennaa maraa bani'ii haa murteessanii; waan ijoo ta'e maraa gara kee haa fidanii; waan didiqqoo garuu isaanuu haa murteessanii; isaan si woliin ba'aa kana haa baadhatanii; siillee hin salphataa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa mara kolba'aaf muraa kennanuu ti; waan isaan dhibe gara keeti fidanuu ti. Waan kasoo isaanummaan murteessanuu ti. Isaan hujii waan si qarqaaranuuf, ba'aan si irraa hin sallatti.