Exodus 18:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani gorsa sodda isaa d'agaye waan inni jed'e ch'ufa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee gorsa soddaa ufii fudhatee waan inni jedheen maraa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen gorsa abbaa sodda'aa ka ifii dhage'ee, waan inni jedhe mara godhe.