Exodus 18:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri sunini maro ch'ufa biyyaa dubbi ilaale, ammo dubbi jajabdu Musati lakise, dubbi didiqo d'ibi worrumaani fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa maraa banii irratti murteessa'aa waan isaanitti ulfaate gara Muuse'ee fidan; waan didiqqaa maraa ammo ufii muran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan abbootii mura'aa te'anee kolbaa tajaajilane; haajaa isaan dhibe gara Muuse'ee fidanee, haajaa kasoo te'e ammoo ifumaaf murteessane.