Exodus 18:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani sodda isaa Nagayaati jed'eeni gad'iise, jennaani soddaani isa kae lafa ufiiti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen soddaa ufii geegessee nagayaan gara biyya ufii deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen abbaa sodda'aa ka ifii Yetro geegessee, abbaan sodda'aa ka isaa Yetro gara biyya ifii deebi'e.