Exodus 18:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle, Waaqa abba kiyyati na qarqaare ijeecha sila hayyuuni Misiri na ijeesu jalaa na baase jed'e; tanaafi gurba lameeso maqa Eliezeri baaseefi.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa mucaa lammeesso'oollee El'eezer ture; Rabbi Waandhi abbaa kiyyaa na gargaaree guraadee Fari'oonii jalaa waan na oolcheef jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma lammeesso'oolle, «Waaqi abbaa kiyyaa, qarqaaraa kiyya; shallaagaa mooticha Gibxi'ii jalaa na baaseera» jedhee, maqaa isaa, «Elii'ezer» jedhee baase.