Exodus 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan Waaqi maro Israelitiifi worra Misiritiifi Farao tolche ammalle gaargala karaati worrati d'ufe Waaqi keesaa baasele sodda isaati haasae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan Rabbi Fari'oonii fi banii biyya Misirii maraa irratti waan Israa'eliitiif jedhee godhe, waan kara'atti isaan irra gaye maraa, Rabbi attamitti akka isaan hambise soddaa ufiititti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen marroo waan Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliitiif jedhee, mooticha Gibxi'iitii fi kolbaa Gibxi'ii irratti huje, rakkinna karaa irratti isaan dhaqqabe mara, Mootiin Waan Maraa attam akka isaan baaselle abbaa soddaa ifiititti hime.