Exodus 18:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yethrooni waan dansa Waaqi worra Israeliti tolche d'ageennaani gammade,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yootoorillee mishummaa Rabbi banii Israa'eliitii godheef biyya Misirii jalaa waan isaan baaseef gammadee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan sodda'aa ka isaa Yetro, Mootiin Waan Maraa harka worra Gibxi'ii keessaa isaan baasiisaan, waan dansaa inni Israa'elootaaf godhe maratti gammadee,