Exodus 19:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Beeni, gara biyya d'aqi waan jettuuni, Arrafi bori ufi qulqulleesa, woya miich'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een «Gara bani'ii deebi'ii adhaa fi boru isaan woyyoomsi, uffata ufiillee haa miicatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle Muuse'een, «Gara kolba'aa dhaqiitii adhaa fi boru isaan woyyoonsi. Woyaa ifiille akka dhiqatanu godhi;