Exodus 19:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba iftani kurfo taha; wonti akanatiifi guyya suni, ka nami ch'ufti argu, anini gaara Sinai gubbaa d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'ootitti uduma baniin maruu argu ani gaara Siina'aa irratti waan bu'uuf maruu guyyaa san haa qophaayanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa sadeesso'oo adoo isaan dhagganuu, ani gaara Siina'aa irratti waan gad bu'uuf, guyyaa saniif qophowanuu ti.