Exodus 19:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaara suni woini marsi, seera kayi, waan biyyaani jettu, Ufi eegad'a, gaara iyyaabatiina, hunda gaarale iti ind'iaatiina. Nama tokole ka gaarati d'iaate inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
naannaya sanitti daangaa godhi; gara gaaraa ol hin bayinaa'a; gaara qacceellee hin tuqinaa'a; namni gaara san tuqe hin du'aa uf haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cinaa gaaraatitti naannessii, meessaa buusiitii, ‹Gara gaaraa akka ol hin baane yookiin irga isaa akka hin tundhe ifi eegadha'a; nami gaara san tuqe ijjeefamuu ti.