Exodus 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani gaara ira gadibue waan biyyaani jed'e, Ufi qulqulleesa; duuba biyyiti woya miich'atte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen gaara irraa gara bani'ii gad bu'ee isaan woyyoomse; isaan uffata ufiillee hin miicatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen gaara irraa gara kolba'aa gad bu'ee, isaan woyyoonsee, woyaa ifiille akka dhiqatanu godhe.