Exodus 19:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama guyya sadeeso baldooni dumansaa gaara ira mullatte, angaasu argani, mandisule d'agayani, ammalle magalata lalabani d'aani. Nami olla suni keesa jiru ch'ufti nahe hollate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo ganama gigissaa'a, laagaan bakakka'aa guddaan, duumessaa fi laagaan xurumba'aa gaara irratti dhagayame; baniin naannoo san jiru maruu sodaatanii hollatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa guyyaa sadeesso'oo ganama gaara san irratti duumensi ciggaan mudhate; mandiisuun mandiite; balaqqeettiin balaqqitte; qoonqoon tultulla'aa guddoon afuufante; kolbaan addee quttumaa san jirtu marti naatee hollatte.