Exodus 19:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aari gaara suni duuche, wonti akanatiifi AABBO Waaqi ibida keesa gaara suniti d'ufe, aari sunini aka aara boola faara iti gubani olbahe; jennaani gaari sunini aka jaba chochoe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbi ibiddaan gaara Siina'aa irratti bu'eef gaarri maruu aara'aa ture; gaara kana keessaa waan akka aara dhagaa bobawuutitu baya'aa waan tureef gaarri maruu guddisee raafama ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ibiddaan gaara irratti waan gad bu'eef, gaarri Siina'aa aaraan gollame; aarri akka aara boolla ibiddaa keessaa bawuu, gaara san irraa aare. Gaarri sun guutumatti raafame.