Exodus 19:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Beeni, gabui, biyya gorsi, aka worri seera taake na laaliti ind'umne; yo worri seera kana ch'abse, nami hedduuni daara d'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een «Gad bu'iitii baniin Rabbiin argu'uuf jedhanii daangaa lufanii akka isaan keessaa hin duune akka uf eeggatan godhi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle Muuse'een, «Kolbaan ana Mootii Waan Maraa ilaaliisaaf, meessaa dabaranee, hedduun isaanii akka hin dhumanne, gad bu'ii itti gorsi.