Exodus 19:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni ta nati d'iaachu feetu ha ufi qulqulleesitu, yokhaani anini worrale imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadoonni gara Rabbii dhiyaatanillee akkasuma akka Rabbi isaan hin balleessine uf haa woyyoomsanii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti gara kiyya dhikaatanuuyyuu ifi adda baasuu qaban; yoo akkas hin te'in ani isaan hin adaba» jedhe.