Exodus 19:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan AABBO Waaqaani jed'e, Biyyiti dandeete gaara Sinaiti gadind'uftu, wonti akanatiifi atini yayu seera baafte, gaara woini marsa, seera kaya, iti olinkoriina, woyyoomsa nuuni jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee Rabbiin, «Akkuma ati naannaya gaaraatitti daangaa godhi; banii woyyoomsi; akka uf eeggatan godhi; gara gaaraallee akka hin baane isaanitti himi naan jette ol bawuu hin danda'an» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle Mootii Waan Maraatiin, «Ati, ‹Adaala gaara kanaatitti meessaa naqa'aatii, isa woyyoonsa'a› waan nuun jetteertuuf, kolbaan gara gaara kanaa ol bawuu hin dandeettu» jedhe.