Exodus 19:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani gaara ira gabue waan AABBO Waaqi jed'eeni kaani ch'ufa worrati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen gara bani'ii gad bu'ee woma kana isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle gara kolba'aa gad bu'ee, waan Mootiin Waan Maraa jedhe isaanitti hime.