Exodus 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani yayu waan anini worra Misiri tolche agartani; ammalle aka anini aka qore worra dura isani bute worra duraa isani fuud'e ufitiini isani d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worra biyya Misirii irratti waan ani hojjadhe akka ani akka bajja ilmoolee ufii koola ufii irratti baadhattuutitti akka isin baadhadhee gara kiyya akka isin fide argitaniirtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Waan ani worra Gibxi'ii irratti godhe, akka risaan ilmoolee ifii koolaan ba'atu, isin ba'adhee gara kiyya attam akka isin fide dhaggitaneertan.