Exodus 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan kanafi hojja isani qonqo tiyya d'ageetani wold'aqisa kiyya guuttani, isani nama kiyya ka nati aanu taatani, nama lafa tana keesa jiru ch'ufa ira, ato lafti ch'ufti tiyyale taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee dhugamaan dubbii kiyya yoo dhageettan, waadaa kiyyallee yoo eeddan, Ardiin maruu tiyya waan taateef banii maraa keessaa isin ristii filatamaa naa taatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma isin guutumatti naaf yoo ajajantane, gondooroo tiyyalle yoo eegatane, gosa biyya adda addaa mara keessaa kolbaa irra caalaa jaalatantane hin teetan. Latti duudiin tiyya teetulle,