Exodus 19:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gumi qaaloleetifi gosa qulqullo naa taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin akka gadoota woyyu'uu taatanii na tajaajiltan; wonti ati banii Israa'eliititti naa himtu kana» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin mootummaa hayyootaa kolbaa woyyittii naaf hin teetan› jedhi. Tun waan ati kolbaa Israa'eliititti hintu» jedheen.