Exodus 19:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani deeme jaarole worra ch'ufa yaame dubbi AABBO Waaqi jed'eeni ch'ufa iti haasae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseenillee dhaqee jaarsota banii keessaa waamee dubbii Rabbi isa ajaje kana maraa banii afoo dhaabatee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen gad bu'ee jaarsolee kolba'aa waamee dubbii Mootiin Waan Maraa akka inni dubbatu isa ajaje mara isaanitti hime.