Exodus 19:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Anini baldo dumansaa keesa siti d'ufa, aka biyyiti aka anini siini dubbad'u d'ageete haga jiru jireennale si d'ugeefattu. Musani dubbi worra suni AABBO Waaqaati hime
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Muuse'een «Hennaa ani si woliin dubbadhu baniin akka dhagawu; sittillee baraa haga bara baraa akka amanan duumessa gudda'aan dhufa» jedheen; Muuseenillee waan baniin jedhe Rabbitti dhiyeesse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ani si woliin dubbadhuun kolbaan akka dhageettu, yennaa maralle akka si'itti addattu, ani duumensa ciggaa keessa gara keeti hin dhufa» jedhe. Achiin duuba Muuseen waan kolbaan jette Mootii Waan Maraatitti hime.