Exodus 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani mirga bitaa millate, namu ufi bira d'amnaani namicha gosa Misiri kaani ijeese maansa keesati awaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bita'aa fi mirga laallatee womaa dhabee nama biyya Misirii san ajjeesee xidhacha keessatti dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni asii fi achi ilaalee nami isa dhaggu tokkolle akka hin jirre hubateen duuba, nama Gibxi'ii san ijjeesee reeffa isaa maansa jala dhosse.