Exodus 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi waan jed'eeni, Eentu hayyufi jaallaba keenna si tolche? Akuma kale namicha Misiri suni ijeefte nale ijeesu feeta? Jennaani Musani sodaate waan ufiini jed'e, Ada woni anini tolche ya beekhamte!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee «Eentu nu irratti si muude? Moo akka namicha Misirii ajjeefte nallee ajjeesuu barbaaddaa?» jedheen; Muuseenillee «Wonti kun dhugamaan natti beekkameera» jedhee sodaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichille deebisee «Nu irratti bulcha'aa fi abbaa mura'aa ka si godhe eennu? Akkuma nama Gibxi'ii san ijjeette analle ijjeesiisaaf yaaddee ree?» jedhe. Achiin duuba Muuseen sodaatee «Wonni ani tolche beekkameera» jedhee yaade.