Exodus 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan kana d'agaye jennaani Musa ijeesu fed'e. Ammo Musani Farao duraa baqate lafa Midiani d'ufe, fulla eela tokotini bahe arti tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon hennaa waan kana dhagaye Muusee ajjeesu'uuf soqe; Muuseen ammo Fari'ooniin jalaa baqatee biyya Miidiyaamii keessa jiraachu'uuf dhaqee boolla bisaanii biratti hara baafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi yennaa waan kana dhage'e, Muusee ijjeesiisaaf barbaade; Muuseen ammoo isa duraa baqatee gara lafa Miidiya'aa deemee boolla bisaanii takka bira le'e.