Exodus 2:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini worrati gallaani abbaani isii Reueliini waan jed'eeni, Arra eesa akana yoosu hure galtani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara abbaa ufii gara Raagu'eelii deebi'an, «Adha attamitti daddaftanii galtan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa gara abbaa ifii Rewu'elii deebi'ane, inni, «Isin adha maaf haganattuu ariifattanee deebitane?» jedhee gaafate.