Exodus 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Namicha Misiri tokoti harka tissitu keesa nu baase bisaani nu woraabe ree nuu obaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Namicha biyya Misirii tokkotu nu gargaaree tissoota nu irraa dhooggee bisaanillee nuu woraabee hoolota nuu obaase» Jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille deebisanee, «Nami Gibxi'ii tokko tissitooti nu ariinaan nu'uuf rogee, bisaanille nuu woraabee hoolee teenna nu'uuf obaase» jedhane.