Exodus 2:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan dubra ufiitini jed'e, Me namichi? Maafi namicha lakiftani? Beena, yaama, ha nu woliini gololfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ijoollee ufiitiin, «Maaf dhiiftanii dhuftan ree? waama'aanii nyaata haa nyaatuu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille durra ifiitiin «Meet inni? Isin maaf isa lakkittanee dhuttane? Akka inni nu woliin sagalee nyaatu, dhaqa'aatii waama'a!» jedhe.