Exodus 2:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganna heddu hayyuuni lafa Misiri lubbu d'abe; ammo taatule gosa Israeli gaargala tissooma kaani woma iti ingoomne. Tanaafi worri Waaqati bohe qarqaarsa kad'ate, kad'a suni Waaqi d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggoota baay'e'een maayessa mootiin biyya Misirii hin du'e; ijoolleen Israa'elii waan garbummaa ufiitiif hin booyan; hin iyyan; iyyansi isaaniitii fi booyichi isaanii Rabbiin bira gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara heddu'uun duuba mootichi biyya Gibxi'ii du'e; Israa'elooti garbooma keessatti qarqaarsa dhaggatiisaaf iyyatane; iyyi isaan garbummaa jalaa bayiisaaf iyyane gara Waaqaa ol dhaxxe.