Exodus 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka dandeete hagasi ira ind'ossine agarte jennaani dadu meellaani d'aani fuute waan aka hampetiini qaa ch'ufa duuchite, aka bisaani inseene, tolchite. Duuba gurba keesa keete ilaadu afaani galaanati baatu keesati d'ossite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhossitullee isa baasuu akka hin dandeenne beettee keeshee awwaaree irraa hojjatame qopheessitee ham'e'een qaawa maraa duuchitee daa'ima keessa keettee, qarqara lagaa beelee keessa keette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga san caalaa dhossuu yennaa dadhadde ammoo, saaxaraa allaaduu irraa hujame tokko fuutee, akka bisaan keessa hin seenne leyyaa lafa keessaa dhaggamuun duuchite; achiin duuba annuu san keessa irkittee allaaduu qarqara laga Nayilii odduu keette.