Exodus 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleetiini isaa isa ira hanqo ejite waan isa tolchani laalte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
obboleettiin isaallee eessa akka isa kaaya'aaran fagoo dhaabattee laala'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleettiin annuu sanii ammoo waan inni te'u ilaaliisaaf irraa fagaattee dhaabbatteertiiyyu.